-
Yohaannis 8:59Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
59 Kanaafuu, isatti darbachuuf dhagaa fudhatan; Yesuus garuu dhokatee mana qulqullummaa keessaa baʼee deeme.
-
-
Yohaannis 10:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Kanaafuu, isaan ammas isa qabuuf yaalan; inni garuu isaan jalaa miliqe.
-