Maatewos 7:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yesuus yommuu wantoota kana dubbatee xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise baayʼee dinqisiifatan;+ Yohaannis 7:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Eegdonni sunis deebisanii, “Eenyu iyyuu akka nama kanaatti matumaa dubbatee hin beeku”+ jedhan.
28 Yesuus yommuu wantoota kana dubbatee xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise baayʼee dinqisiifatan;+