Maatewos 4:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Qarqara Galaana Galiilaa utuu deemaa jiruu, obbolaa lamaan, jechuunis Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaasiin utuu isaan saaphana isaanii galaanichatti darbatanii arge; isaan qurxummii kan qaban+ turan. Maarqos 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Qarqara Galaana Galiilaa utuu deemaa jiruu, Simoonii fi obboleessi Simoon Indiriyaas+ utuu saaphana isaanii galaanatti darbatanii+ arge; isaan qurxummii kan qaban turan.+
18 Qarqara Galaana Galiilaa utuu deemaa jiruu, obbolaa lamaan, jechuunis Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaasiin utuu isaan saaphana isaanii galaanichatti darbatanii arge; isaan qurxummii kan qaban+ turan.
16 Qarqara Galaana Galiilaa utuu deemaa jiruu, Simoonii fi obboleessi Simoon Indiriyaas+ utuu saaphana isaanii galaanatti darbatanii+ arge; isaan qurxummii kan qaban turan.+