-
Yohaannis 21:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Innis, “Saaphana keessan karaa mirgaa bidirichaatiin darbadhaa, qurxummii ni argattu” isaaniin jedhe. Isaanis saaphana isaanii darbatan; yeroo kanatti qurxummii hedduu waan qabaniif, saaphana sana harkisuu dadhaban.+
-