LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 16:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yesuus gaaffii isa gaafachuu akka barbaadan beekee akkana isaaniin jedhe: “Isin, ‘Yeroo gabaabaa booda na hin argitan, ammas yeroo gabaabaa booda na argitu’ waanan jedheef wanta kana wal gaafachaa jirtuu? 20 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin ni boossu, wayyoo wayyoos ni jettu, addunyaan garuu ni gammada; isin ni gadditu, taʼus gaddi keessan gara gammachuutti ni jijjiirama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi