Galaatiyaa 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, yeroon murteeffame sun yommuu xumuramu, Waaqayyo Ilma isaa isa dubartii irraa dhalatee+ fi seera jala ture+ ni erge;
4 Haa taʼu malee, yeroon murteeffame sun yommuu xumuramu, Waaqayyo Ilma isaa isa dubartii irraa dhalatee+ fi seera jala ture+ ni erge;