LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 7:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Firii isaaniitiin adda baastanii isaan beektu. Namoonni qoree irraa firii wayinii yookiin sokorruu irraa firii harbuu funaanuu dandaʼuu ree?+ 17 Haaluma wal fakkaatuun, mukti gaariin hundi firii gaarii godhata; mukti tortore hundi garuu firii gadhee godhata.+ 18 Mukti gaariin firii gadhee godhachuu hin dandaʼu; mukti tortores firii gaarii godhachuu hin dandaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi