-
1 Mootota 17:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Eeliyaasis mucicha fuudhee kutaa baaxii irraa sana keessaa gara manaatti gad buusee haadha isaatiif isa kenne; achiis Eeliyaas, “Kunoo, ilmi kee fayyeera”+ ishiidhaan jedhe.
-
-
2 Mootota 4:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Achiis Eelsaaʼi Gehaaziin waamee, “Dubartii Shunaam sana waami” isaan jedhe. Innis ishii waame; ishiinis gara Eelsaaʼiitti seente. Innis, “Ilma kee fudhadhu” ishiidhaan jedhe.+
-