Maatewos 27:54 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 54 Haa taʼu malee, ajajaan dhibbaa fi warri isaa wajjin Yesuusiin eegaa turan, kirkira lafaa fi wantoota taʼan sana yommuu argan baayʼee sodaatanii, “Dhuguma iyyuu kun Ilma Waaqayyoo ture”+ jedhan. Yohaannis 1:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Naatnaaʼelis deebisee, “Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaʼeli”+ jedhe.
54 Haa taʼu malee, ajajaan dhibbaa fi warri isaa wajjin Yesuusiin eegaa turan, kirkira lafaa fi wantoota taʼan sana yommuu argan baayʼee sodaatanii, “Dhuguma iyyuu kun Ilma Waaqayyoo ture”+ jedhan.