LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 11:16-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Dhaloota kana eenyuu wajjinan wal fakkeessa?+ Ijoollee bakka gabaa taaʼanii hiriyoota isaanii waamuudhaan akkana jedhanii wajjin wal fakkaata: 17 ‘Ulullee isiniif afuufne, isin garuu hin sirbine; wayyoo wayyoo jenne, isin garuu gaddaan qoma keessan hin rurrukunne.’ 18 Haaluma wal fakkaatuun, Yohaannis utuu hin nyaatinii fi utuu hin dhugin dhufe; namoonni garuu, ‘Jinniitu isa keessa jira’ jedhan. 19 Ilmi namaa immoo nyaachaa fi dhugaa+ dhufe; namoonni garuu, ‘Kunoo, nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, michuu warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa’+ jedhan. Kanas taʼe sana, ogummaan qajeelaa taʼuun ishii hojii ishiitiin* mirkanaaʼeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi