LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yesuus namoonni hedduun naannoo isaa akka jiran yommuu argu, barattoonni isaa gamatti akka ceʼan ajaje.+

  • Maatewos 8:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Sana booda Yesuusii fi barattoonni isaa bidiruu yaabbatanii deeman.+

  • Maarqos 4:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Gaafas yommuu dhihu, “Kottaa, galaana gamatti haa ceenu”+ isaaniin jedhe. 36 Kanaafuu, uummata sana erga geggeessanii booda, utuma inni achi keessa jiruu bidirichaan isa fudhatanii deeman; bidiruuwwan kan biroonis isaa wajjin turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi