-
Maarqos 5:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Intalattiinis yeruma sana kaatee deemuu jalqabde. (Umuriin ishii waggaa 12 ture.) Yeroo kanatti warri ishii baayʼee gammadanii of wallaalan.
-