Luqaas 9:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 itti dabalees, “Ilmi namaa rakkinni hedduun isa irra gaʼa; maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa isa tuffatu; akkasumas ni ajjeefama;+ guyyaa sadaffaatti immoo duʼaa ni kaafama”+ jedhe. Luqaas 13:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Haa taʼu malee, raajiin Yerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, harʼa, borii fi iftaan deemsa koo itti fufuun qaba.+
22 itti dabalees, “Ilmi namaa rakkinni hedduun isa irra gaʼa; maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa isa tuffatu; akkasumas ni ajjeefama;+ guyyaa sadaffaatti immoo duʼaa ni kaafama”+ jedhe.
33 Haa taʼu malee, raajiin Yerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, harʼa, borii fi iftaan deemsa koo itti fufuun qaba.+