Maatewos 8:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yesuus garuu, “Jeedaloonni boolla qabu; simbirroonni samiis manʼee qabu; Ilmi namaa garuu bakka mataa isaa itti hirkifatu illee hin qabu”+ isaan jedhe.
20 Yesuus garuu, “Jeedaloonni boolla qabu; simbirroonni samiis manʼee qabu; Ilmi namaa garuu bakka mataa isaa itti hirkifatu illee hin qabu”+ isaan jedhe.