Maatewos 10:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yommuu mana tokko seentan, namoota mana sanaa nagaa gaafadhaa. 13 Manichi kan isaaf malu yoo taʼe, nagaan isaaf hawwitan isaaf haa taʼu;+ manichi kan isaaf hin malle yoo taʼe garuu, nagaan keessan isiniif haa deebiʼu.
12 Yommuu mana tokko seentan, namoota mana sanaa nagaa gaafadhaa. 13 Manichi kan isaaf malu yoo taʼe, nagaan isaaf hawwitan isaaf haa taʼu;+ manichi kan isaaf hin malle yoo taʼe garuu, nagaan keessan isiniif haa deebiʼu.