LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo kanatti namichi tokko gara isaa dhufee, “Yaa Barsiisaa, jireenya bara baraa argachuuf wanta gaarii akkamii gochuun qaba?”+ isaan jedhe.

  • Maarqos 10:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Utuu inni deemaa jiruus namni tokko fiigee dhufee, isa duratti jilbeenfatee, “Yaa Barsiisaa gaarii, jireenya bara baraa dhaaluuf maal gochuun qaba?”+ jedhee isa gaafate.

  • Luqaas 18:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Bulchitoota keessaa tokko, “Yaa Barsiisaa gaarii, jireenya bara baraa dhaaluuf maal gochuun qaba?”+ jedhee isa gaafate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi