Yohaannis 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu dubartiin sun, “Ati Yihudii taatee utuu jirtuu, akkamitti ana dubartii Samaariyaa bishaan dhugamu gaafatta?” isaan jette. (Akkana kan jette, Yihudoonni warra Samaariyaa wajjin waan walitti hin dhihaanneef ture.)+
9 Kanaafuu dubartiin sun, “Ati Yihudii taatee utuu jirtuu, akkamitti ana dubartii Samaariyaa bishaan dhugamu gaafatta?” isaan jette. (Akkana kan jette, Yihudoonni warra Samaariyaa wajjin waan walitti hin dhihaanneef ture.)+