LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Warri quufanii turan daabboodhaaf jedhanii mindeeffamanii hojjechuuf dirqamaniiru,

      Warri beelaʼan garuu kana booda hin beelaʼan.+

      Dubartiin dhabduun* ilmaan torba deesse,+

      Ishiin ilmaan hedduu qabdu garuu kophaatti hafte.*

  • Faarfannaa 34:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,

      Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+

  • Faarfannaa 107:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Sababiin isaas, inni isa dheebote* dheebuu baaseera,

      Isa* beelaʼes wantoota gaggaariidhaan quubseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi