-
Maatewos 12:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Achiis nama jinniidhaan qabame, qaro dhabeessa taʼee fi arrabni isaa hidhame tokko gara isaa fidan, innis isa fayyise; namichi arrabni isaa hidhame sunis dubbachuu fi ilaaluu dandaʼe.
-