-
Maatewos 23:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Isin kubbaayyaa fi saanii ala isaa ni qulqulleessitu;+ keessi isaa garuu sassataa*+ fi ofittummaadhaan kan guutame dha.+ 26 Fariisicha jaamaa nana, dura kubbaayyaa fi saanii sana keessa isaa qulqulleessi; sana booda alli isaas qulqulluu ni taʼa.
-