Hojii Ergamootaa 7:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Raajota keessaa kan abbootiin keessan utuu hin ariʼatin hafan isa kami?+ Eeyyee, isaan namoota inni qajeelaan+ inni isin dabarsitanii kennitanii fi ajjeestan sun akka dhufu dursanii dubbatan ajjeesaniiru;+ Ibroota 11:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu. Ibroota 11:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Dhagaadhaan tumamaniiru,+ qoramaniiru, magaaziidhaan iddoo lamatti baqaqfamaniiru, goraadeedhaan gorraʼamaniiru,+ gogaa hoolaa fi gogaa reʼee uffatanii jooraniiru,+ wanta isaan barbaachisu dhabaniiru, rakkataniiru,+ akkasumas dhiphataniiru;+
52 Raajota keessaa kan abbootiin keessan utuu hin ariʼatin hafan isa kami?+ Eeyyee, isaan namoota inni qajeelaan+ inni isin dabarsitanii kennitanii fi ajjeestan sun akka dhufu dursanii dubbatan ajjeesaniiru;+
32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.
37 Dhagaadhaan tumamaniiru,+ qoramaniiru, magaaziidhaan iddoo lamatti baqaqfamaniiru, goraadeedhaan gorraʼamaniiru,+ gogaa hoolaa fi gogaa reʼee uffatanii jooraniiru,+ wanta isaan barbaachisu dhabaniiru, rakkataniiru,+ akkasumas dhiphataniiru;+