Mulʼata 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Maleekaa jabaan tokko dhagaa akka dhagaa daakuu guddaa tokko ol fuudhee galaana keessatti gad darbatee akkana jedhe: “Baabilon magaalaa guddittiin, akkuma kana furguggifamtee gad ni darbatamti, matumaas deebitee hin argamtu.+ Mulʼata 18:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Eeyyee, dhiigni raajotaa fi qulqullootaa,+ akkasumas dhiigni warra lafa irratti gorraʼaman hundumaa ishii keessatti argameera.”+
21 Maleekaa jabaan tokko dhagaa akka dhagaa daakuu guddaa tokko ol fuudhee galaana keessatti gad darbatee akkana jedhe: “Baabilon magaalaa guddittiin, akkuma kana furguggifamtee gad ni darbatamti, matumaas deebitee hin argamtu.+
24 Eeyyee, dhiigni raajotaa fi qulqullootaa,+ akkasumas dhiigni warra lafa irratti gorraʼaman hundumaa ishii keessatti argameera.”+