-
Maarqos 4:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Sababiin isaas, wanti dhokatee utuu hin mulʼifamin, wanti of eeggannoodhaan dhokfamee utuu hin saaxilamin hafu hin jiru.+
-
-
Luqaas 8:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, wanti dhokatee utuu hin mulʼatin, wanti of eeggannoodhaan dhokfamee matumaa utuu hin beekamin hafuu fi ifatti hin baane hin jiru.+
-