Maatewos 10:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Dimbiixiiwwan lama saantima gatii xinnoo qabdu* tokkoon gurguramu mitii? Taʼus, isaan keessaa ishiin tokko illee utuu Abbaan keessan hin beekin lafa irra hin buutu.+
29 Dimbiixiiwwan lama saantima gatii xinnoo qabdu* tokkoon gurguramu mitii? Taʼus, isaan keessaa ishiin tokko illee utuu Abbaan keessan hin beekin lafa irra hin buutu.+