Luqaas 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Haa taʼu malee, maleekaan sun akkana isaan jedhe: “Yaa Zakkaariyaas, wawwaannaan kee waan siif dhagaʼameef hin sodaatin, haati manaa tee Elsaabex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yohaannis jettee moggaasta.+
13 Haa taʼu malee, maleekaan sun akkana isaan jedhe: “Yaa Zakkaariyaas, wawwaannaan kee waan siif dhagaʼameef hin sodaatin, haati manaa tee Elsaabex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yohaannis jettee moggaasta.+