Faarfannaa 34:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+ Maatewos 6:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+ 1 Ximotewos 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sababiin isaas, leenjiin qaamaa* wanta muraasaaf fayyada; Waaqayyoof buluun garuu, jireenya ammaatiifis taʼe jireenya isa dhufuuf abdii waan qabuuf, wanta hundumaatiif fayyada.+
10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+
33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+
8 Sababiin isaas, leenjiin qaamaa* wanta muraasaaf fayyada; Waaqayyoof buluun garuu, jireenya ammaatiifis taʼe jireenya isa dhufuuf abdii waan qabuuf, wanta hundumaatiif fayyada.+