Luqaas 14:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Achiis, “Isin keessaa namni ilmi isaa yookiin qotiyyoon isaa guyyaa Sanbataatti boolla keessatti yoo jalaa kufe+ yeruma sana harkisee achi keessaa hin baasne eenyu?”+ isaaniin jedhe.
5 Achiis, “Isin keessaa namni ilmi isaa yookiin qotiyyoon isaa guyyaa Sanbataatti boolla keessatti yoo jalaa kufe+ yeruma sana harkisee achi keessaa hin baasne eenyu?”+ isaaniin jedhe.