-
Luqaas 9:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Yeroo kanatti hundi isaanii humna Waaqayyoo isa guddaa ni dinqisiifatan.
Hundi isaanii wantoota inni hojjete hunda utuma dinqisiifachaa jiranii, Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe:
-