Maatewos 13:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Ammas akkana jedhee fakkeenya kan biraa isaanitti hime: “Mootummaan samii raacitii dubartiin takka fuutee hamma guutummaan bukoo sanaa bukaaʼutti daakuu safartuu guguddaa sadiitti maktee wajjin wal fakkaata.”+
33 Ammas akkana jedhee fakkeenya kan biraa isaanitti hime: “Mootummaan samii raacitii dubartiin takka fuutee hamma guutummaan bukoo sanaa bukaaʼutti daakuu safartuu guguddaa sadiitti maktee wajjin wal fakkaata.”+