-
Luqaas 18:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Innis akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, namni Mootummaa Waaqayyootiif jedhee, mana yookiin haadha manaa yookiin obboloota yookiin warra yookiin ijoollee dhiisee,+ 30 yeroo ammaatti kana caalaa dachaa hedduu hin arganne, sirna* dhufu keessatti immoo jireenya bara baraa hin arganne hin jiru.”+
-