12 “Maal isinitti fakkaata? Namni tokko hoolota 100 yoo qabaatee fi isaan keessaa hoolaan tokko yoo jalaa bade,+ hoolota 99n sana gaara irratti dhiisee isa jalaa bade sana barbaacha hin deemuu?+ 13 Dhuguman isiniin jedha, yoo isa argate hoolota 99n warra hin badne sana caalaa isatti gammada.