-
Luqaas 12:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Garbichi utuu hin hubatin wanta isa garafsiisu hojjetu garuu muraasa garafama. Nama baayʼeen itti kenname hunda irraa baayʼeetu barbaadama; nama itti gaafatamummaa hedduun kennameef irraas hedduutu barbaadama.+
-