LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 7:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Bishaan badiisaa sun guyyaa 40f lafa irratti buʼuu isaa itti fufe; bishaanichis ittuma dabalaa deemee doonicha ol kaasuu jalqabe; doonichi lafa irraa ol kaʼee bishaan gubbaa ni bololiʼe.

  • Uumama 7:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaan kan kaʼes, uumamawwan jiraatoon* lafa irra sochoʼan hundi, jechuunis uumamawwan barrisan, beeladoonni, bineensonni bosonaa, uumamawwan xixinnoon lafa irra yaaʼanii fi ilmaan namootaa hundi ni dhuman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi