-
1 Qorontos 1:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 kanaafuu, mulʼachuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hawwiidhaan yommuu eeggattan,+ kennaan tokko illee matumaa isinitti hin hirʼatu.
-
-
2 Tasalonqee 1:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Yesuus yeroo maleekota isaa+ humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna;+ 8 inni samii irraa kan mulʼatu ibidda bobaʼuun yeroo taʼu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi misiraachoo waaʼee Gooftaa keenya Yesuus ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baʼa.+
-