LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 11:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Abbaan manichaa garuu, ‘Na hin rakkisin. Balballi cufameera, ijoolleen koos anaa wajjin siree irra rafaniiru. Ani kaʼee waan tokko iyyuu sii kennuu hin dandaʼu’ jedhee isaaf deebise. 8 Ani isiniin nan jedha, namichi michuu isaa waan taʼeef kaʼee homaa yoo isaaf kennuu baate illee, sababii namichi irra deddeebiʼee ija jabinaan isa kadhateef+ kaʼee wanta inni barbaade kam iyyuu isaaf ni kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi