Maatewos 18:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 achiis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, deebitanii* akka ijoollee yoo taatan+ malee matumaa Mootummaa samiitti hin galtan.+ Maarqos 10:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Dhuguman isiniin jedha, namni Mootummaa Waaqayyoo akka mucaa xinnoo tokkootti hin simanne kam iyyuu matumaa itti hin galu.”+
3 achiis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, deebitanii* akka ijoollee yoo taatan+ malee matumaa Mootummaa samiitti hin galtan.+
15 Dhuguman isiniin jedha, namni Mootummaa Waaqayyoo akka mucaa xinnoo tokkootti hin simanne kam iyyuu matumaa itti hin galu.”+