-
Maatewos 19:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Yesuus hubatee isaan ilaalaa, “Kun namootaaf hin dandaʼamu; Waaqayyoof garuu wanti hundi ni dandaʼama”+ isaaniin jedhe.
-
-
Maarqos 10:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Yesuusis gara isaanii ilaalaa, “Kun namootaaf hin dandaʼamu, Waaqayyoof garuu akkana miti; Waaqayyoof wanti hundi ni dandaʼama”+ jedhe.
-