-
Maatewos 25:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Gooftaan isaas akkana jedhee isaaf deebise: ‘Garbicha hamaa fi dhibaaʼaa nana, ani bakkan itti hin facaafannee kanan haammadhu, wantan itti hin dadhabnes kanan sassaabbadhu taʼuu koo beekta turtee? 27 Erga akkana taʼee, yommuun deebiʼee dhufu dhala isaa wajjin akkan fudhadhutti, maallaqa* koo daldaltoota* bira naaf kaaʼuu qabda turte.
-