Isaayyaas 53:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa. Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.*
2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa. Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.*