Luqaas 19:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Sababiin isaas, guyyaan diinonni kee sitti dhufanii, muka qara qabuun naannoo keetti dallaa ijaaranii sitti marsanii fi kallattii hundumaatiin itti si dhiphisan ni dhufa.+
43 Sababiin isaas, guyyaan diinonni kee sitti dhufanii, muka qara qabuun naannoo keetti dallaa ijaaranii sitti marsanii fi kallattii hundumaatiin itti si dhiphisan ni dhufa.+