Luqaas 9:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 itti dabalees, “Ilmi namaa rakkinni hedduun isa irra gaʼa; maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa isa tuffatu; akkasumas ni ajjeefama;+ guyyaa sadaffaatti immoo duʼaa ni kaafama”+ jedhe.
22 itti dabalees, “Ilmi namaa rakkinni hedduun isa irra gaʼa; maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa isa tuffatu; akkasumas ni ajjeefama;+ guyyaa sadaffaatti immoo duʼaa ni kaafama”+ jedhe.