Yohaannis 12:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Amma ani dhiphadheera,*+ maal jechuun dandaʼa? Yaa Abbaa, saʼaatii kana irraa na oolchi.+ Haa taʼu malee, ani saʼaatii kanaafan dhufe. Ibroota 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.
27 Amma ani dhiphadheera,*+ maal jechuun dandaʼa? Yaa Abbaa, saʼaatii kana irraa na oolchi.+ Haa taʼu malee, ani saʼaatii kanaafan dhufe.
7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.