Maatewos 26:75 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 75 Pheexirosis, Yesuus, “Kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura, siʼa sadii na ganta”+ jedhee akka ture yaadate. Achiis gad baʼee hirqinfatee booʼe. Maarqos 14:72 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 72 Yeruma sanas kormaan indaaqqoo siʼa lammaffaa iyye;+ Pheexirosis Yesuus, “Kormaan indaaqqoo siʼa lama iyyuu isaa dura, siʼa sadii na ganta”+ isaan jedhee akka ture yaadate. Achiis of toʼachuu dadhabee hirqinfatee booʼuu jalqabe.
75 Pheexirosis, Yesuus, “Kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura, siʼa sadii na ganta”+ jedhee akka ture yaadate. Achiis gad baʼee hirqinfatee booʼe.
72 Yeruma sanas kormaan indaaqqoo siʼa lammaffaa iyye;+ Pheexirosis Yesuus, “Kormaan indaaqqoo siʼa lama iyyuu isaa dura, siʼa sadii na ganta”+ isaan jedhee akka ture yaadate. Achiis of toʼachuu dadhabee hirqinfatee booʼuu jalqabe.