Maarqos 12:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis Yesuus, “Wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif,+ wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis isa ajaaʼibsiifatan.
17 Achiis Yesuus, “Wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif,+ wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof deebisaa kennaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis isa ajaaʼibsiifatan.