LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 18:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Philaaxosis, “Dhugaan maali dha?” isaan jedhe.

      Philaaxos erga kana jedhee booda ammas gara Yihudootaatti gad baʼee akkana isaaniin jedhe: “Ani balleessaa tokko illee isa irratti hin arganne.+

  • Ibroota 7:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Luba ol aanaa amanamaa, qulqulluu, xurii hin qabne,+ cubbamoota irraa adda taʼee fi samiiwwan gararraatti ol kaafame+ akkasii qabaachuun keenya barbaachisaa dha.

  • 1 Pheexiros 2:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan+ fakkeenya isiniif taʼuudhaan isiniif jedhee dhiphateera.+ 22 Inni cubbuu tokko illee hin hojjenne,+ dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi