Isaayyaas 40:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ulfinni Yihowaa ni mulʼata,+Foon* hundis waliin taʼee kana ni arga,+Sababiin isaas, afaan Yihowaa kana dubbateera.”
5 Ulfinni Yihowaa ni mulʼata,+Foon* hundis waliin taʼee kana ni arga,+Sababiin isaas, afaan Yihowaa kana dubbateera.”