LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Mataa isaatii olittis barreeffama himata isa irratti dhihaate ibsuu fi “Kun Yesuus Mootii Yihudootaa ti”+ jedhu maxxansan.

  • Maarqos 15:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Barreeffamni himata isa irratti dhihaate ibsuu fi “Mootii Yihudootaa” jedhus barreeffamee ture.+

  • Yohaannis 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Akkasumas, Philaaxos barreeffama tokko barreessee muka dhiphinaa* sana irratti maxxanse. Wanti inni barreesses, “Yesuus nama Naazireet, Mootii Yihudootaa” kan jedhu ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi