Yohaannis 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Haa taʼu malee, yommuu inni duʼaa kaʼu barattoonni isaa, inni wantoota kana dubbachaa akka ture yaadatan;+ wanta Kitaabonni Qulqulluun jedhanittii fi wanta Yesuus dubbatettis ni amanan.
22 Haa taʼu malee, yommuu inni duʼaa kaʼu barattoonni isaa, inni wantoota kana dubbachaa akka ture yaadatan;+ wanta Kitaabonni Qulqulluun jedhanittii fi wanta Yesuus dubbatettis ni amanan.