- 
	                        
            
            Luqaas 24:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Pheexiros garuu kaʼee gara awwaalichaatti* fiige; yommuu gad jedhee ilaalus uffata quncee talbaa irraa tolfame sana qofa arge. Kanaafuu, wanta taʼe ajaaʼibsiifachaa bakka sanaa deeme.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Yohaannis 20:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Kanaafuu, Pheexirosii fi barataa inni kan biraan gara awwaalichaa dhaquuf kaʼan.
 
 -