1 Qorontos 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani wantoota iddoo guddaa qaban, warra ani fudhadhe sana isinitti dabarseera; akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, Kiristoos cubbuu keenyaaf ni duʼe;+ 1 Qorontos 15:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 achiis Keefaasitti,*+ sana boodas warra Kudha Lamaanitti mulʼate.+
3 Ani wantoota iddoo guddaa qaban, warra ani fudhadhe sana isinitti dabarseera; akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, Kiristoos cubbuu keenyaaf ni duʼe;+